2 Gara Timotheo, ilma kiyya ka d'uga d'ugefacha keesa: Waaqa Abbaafi Kristo Yesoni, Aabbooni keenna, eebafi naasufi nagaya si kenninna.
Anini tatabe tana Titoti t'aafa; inni ilma kiyya ka d'uga, d'ugefacha nu woliini qamnu tana keesa: Waaqa Abbaafi Yeso Kristoni, Qarqaarsi keenna, eebafi nagaya isanii kenniina.
Gara Timotheo, ilma ani jaalad'u: Waaqa Abbaafi Kristo Yesoni, Aabbooni keenna, eebafi naasufi nagaya sii kenninna.
Maro fed'i Aabbo Waaqatiifi isani fohatani, aka Lubbu isaatiini gumi qulqullo taatani, Yeso Kristo ee jettani guuttani, d'iiga isatiini qulqulloftani. Eebafi nagaya guddisa argad'a.
Tanaafi anini gara gumi Rumi keesa jirtu ta Waaqi jaalate nama ufi tolfateti t'aafa: Waaqa Abba keennatiifi Aabbo Yeso Kristoni nagaya isanii kennina.
Atini duuba, ilma kiyya, maro eeba Kristo keesa jirtu qabduufi jabaad'u.
Ilma kiyya, Timotheo, anini d'aamsa kana siti d'aamad'a. Dubbi fagiisa ta duri waan kanke faddu gula d'aamad'a. Dubbini sunini ha woraanaa wonte sii taatu, hojja atini had'iisa dansa haate,
oboleesa keenna Timotheo, ka nu woliini Waaqa hojate Odu Dansa ta Kristo odeesu ergine. Nu isa ergine, aka inni isani jabeese d'ugefacha teesani qarqaaru,
Waaqa Abba keennafi Aabbo Yeso Kristoni eebafi nagaya isanii kennina.
Anini Kristo Aabbo keenna galata deebisa, ka jabeenna anini huji isaatiini hojad'u naa kenne. Anini waan inni na herege, aka anini huji isaa hojad'u na fohateefi, galata deebisaafi,
Timotheo, waan harka keetiti lakisani jabeesi. Hasaa Waaqi imfeene, ka daalluma ka nami gari wollaale Beekhuma jed'uuni lakisi.
Jaaroleeni, Ufi iwolaaliina, qalbi horad'a, ufi qorqorad'a; d'ugefacha dansaafi jaalalafi obsa horad'a jed'iini.
Jari na woliini jiru ch'ufti nagaya d'aama. Jaalaani teenna ta d'ugefatte nagaya nu fuud'i. Eebiti Waaqa isani ch'ufa woliini jiraatiinna.
Abba Waaqafi Yeso Kristoni, Ilmi Abba, eebafi naasufi nagaya nuu kenninna; wonti kunini ch'ufti ha d'ugaafi jaalalaani teenna taatu.
Wonti ijoolle tiyya ta d'uga keesa teetu ira na gammachiisa injirtu.
Naasufi nagayafi jaalala guddisa argad'a!