1 Samueli 4:18 - KITAABA WAAQA18 Inni maqa Sanduqa Wold'aqisa Waaqa d'ae jennaani Elini dudda duubati barch'uma isaa, ka d'aatu fulloo eju, iraa d'aqate. Inni guddo jaarsa, ammalle gabba, tanaafi qaarinaani lumeeni ch'abt'e achumati due. Inni ganna afurtama jaallaba Israeli tahe. Gade chapit la |