Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Samueli 26:8 - KITAABA WAAQA

8 Abishaini waan Daudini jed'e, Arra AABBO Waaqi yayu nyaapa kanke harka kanketiti kenne. Amma eegi, woraanuma isatini isa tumad'e lafati hod'a, maruma toko iti indeefad'u!

Gade chapit la Kopi




1 Samueli 26:8
16 Referans Kwoze  

Jari suni waan Daudini jed'e, Guyyaani AABBO Waaqi, nyaapa kanke harka keetiti kenne waan feetu tolchi sini jed'e kana Daudini laanuma gaade, ka Sauloni woma quba inqamne, dudda duubani bahe woya isaa qota isii toko iraa kute.


AABBO Waaqi nama d'ugaafi qajeeluma gula deemu ineebisaafi. AABBO Waaqi arra ya harka kiyyati si kenne, ammo anini nama inni muude hayyu tolche tuqu dide.


Daudini lafa gaareeni ta lafa aloo ta d'aatu Zifu keesa keesati d'okhate achuma tae. Sauloni guyya ch'ufa isa barbaade, ammo Waaqi Daudi harka isaati kennu dide.


ta Yuda duula woliini iti d'aabate. AABBO Waaqi worra gosa Kanaanitiifi ka Perizi harka worrati kenne worri nama kuma kud'ani Bezekiti dabsate.


AABBO Waaqi akuma ababoota worrati kakhate, lafa suni ch'ufa keesa nagaya kenne. Nyaapi worra tokoleeni taka worra dura inejine; wonti akanatiifi AABBO Waaqati nyaapa worra ch'ufa harka worrati kenne.


Nami toko akami nama kuma toko dabsata? Yokhaani nami lama akami nama kuma kud'ani dabsata? Yo AABBO Waaqi worraa worra lakise, Waaqi guddaani worra yalabahe male.


Wonti akanatiifi Waaqi nama ch'ufa ya ch'ubbu worraa keesati hid'e aka nama ch'ufaa nahu.


Isani maani AABBO Waaqati malattani? Inni isani fit'e balleesa. Nami tokoleeni iti deebie maro lameeso isaani immorku.


Atini harka nyaapa kiyyati na inkennine; ammo fulla anini fed'u ch'ufa na deemsifte.


Duuba Daudifi Abishaini fulla Saulo d'ufani, Saulo ka askarti isa jed'u, woraana d'aatu mata isa d'aabate rafu, argani. Abinerifi askartini isaa taani ch'ufti isa marsite rafu jirti.


Ammo Daudini waan isani jed'e, Isa woma intolchini. AABBO Waaqi nama hayyu inni muude wo tolchu illakisu, ingaargalcha.


Jennaani Abashaini, ilmi Seruya waan hayyuuni jed'e, Atini maani woni saricha tae si abaaru kana ufiti lakifte? Na gad'iisi, d'aqe mata iraa kuta!


Jennaani Yohanaani d'ossani isa yaame waan jed'eeni, Ani deeme, Ishmaeli ka nami tokoleeni quba inqamne ijeesa, na gad'iisi. Inni maafi si ijeese, Yahudi fulla tante jirtu ch'ufa gargari firfirse worra Yuda ka hafe hobaasa?


Ammo eege Daudini waan akasi tolcheefi gaabe,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite