Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Samueli 26:23 - KITAABA WAAQA

23 AABBO Waaqi nama d'ugaafi qajeeluma gula deemu ineebisaafi. AABBO Waaqi arra ya harka kiyyati si kenne, ammo anini nama inni muude hayyu tolche tuqu dide.

Gade chapit la Kopi




1 Samueli 26:23
16 Referans Kwoze  

Ee Waaqa kiyya, waan anini Mana keeti tolcheefi huji isaa ta anini tolche tana qaabad'i.


Ee AABBO Waaqa gubbati ch'aqasi, hojattu tante dubbi worraa d'uga gula muri. Nama wollaala qabu wollaala iti muri, ka inqamne galakisi.


AABBO Waaqi na didinna waan anini nama inni hayyu tolche wo tolchuufi! Kooti, woraana isaatiifi sorora isaa fuune biraa yaana.


Ammo Daudini waan isani jed'e, Isa woma intolchini. AABBO Waaqi nama hayyu inni muude wo tolchu illakisu, ingaargalcha.


AABBO Waaqi ha anaafi sii nama wollaala qabu arguti! Inni waan atini akana na gaargalchiteefi sile gaargalchina anini gama kiyyaani woma si intolchu.


Atini reefu waan dansa na tolchite ka na ijeesu didde, ato AABBO Waaqi harka kanke keesa na kayele.


Nami hojja nyaapa isaa arge ka woma intolchine akuma kanati gad'iisa? AABBO Waaqi waan dansa sii kennina, waan atini arra waan dansa na tolchiteefi!


Daudini waan jed'eeni, Woraani kanke kana, nami kanke toko ha d'ufe fuud'uti.


AABBO Waaqi waan anini d'uga tolchufi na qarqaare, waan anini ch'ubbu inqamneefi na eebisa.


Me, waan anini harka qabu kana laali, aabbo kiyya, tunini woya tantetiniti? Sila yo fed'e ya si ijeese ammo woyyuma tana ch'alla siraa kute. Aka anini herega si jala didunifi waan hamtu siti tolchu inqamne tanani beeta, na d'ugeefad'i. Atini ijeecha tiyyafi lafa ch'ufa keesa na gula marte na barbaadda, ato anini waan hamtu tokole si tolchu baad'ele.


Duuba waan anini waan d'uga tolchufi inni na eebisa, waan anini isa durati ch'ubbu inqamneefi.


Inni huji nama gula wo kenneefi, ammalle isi gula wo bahafi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite