Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Samueli 24:3 - KITAABA WAAQA

3 Inni goda toko ka d'aatu moona hooliye jiru, ka d'aatu karaati gore finch'aye. Godi sunini ka Daudifi jari isaa keesa lit'e keesati d'okhachu jiru.

Gade chapit la Kopi




1 Samueli 24:3
7 Referans Kwoze  

kae iti d'aabate. Hojattuuni d'ufte, balbala qulfi qabdu agarte waan woliini jette, Hayyuuni hegeri finch'au jirafa,


Hojja hayyoota worraa bale ira gadi d'abbani, biyyiti aka dubbini tiyya d'ugaa beeti.


kara keesa gaara Hakila gubbaa bule. Daudini lafuma aloo suni keesa jira, inni aka Sauloni isa barbaadu d'agaye jennaani,


Sauloni nama kuma sadi fohate nama kuma lama lafa Mikimashitifi lafa gaareeni ta Betheli keesati ufi birati lakise ammo nama kuma toko ilma isaa Yonathani woliini dira Gibea ka lafa gosa Benjamini keesati, erge. Duuba inni askarti taani ch'ufa worra isaniti galche.


Sauloni hojuma suni kae, askarti Israeli nama kuma sadi dadansa ch'alla wolti filate lafa aloo ta Zifu Daudi barbaadaa iti d'aabate,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite