Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Samueli 24:13 - KITAABA WAAQA

13 Atini mammaasa, ch'ubbuuni ch'ubbicha ira baati jed'u beeta? Anini woma si intolchu.

Gade chapit la Kopi




1 Samueli 24:13
8 Referans Kwoze  

Tanaafi mid'aani worraatiini worra beetani.


Garaa keesaa herega hamafi ijeechafi wolbarachaafi ch'abanumafi hannafi d'arafi arabati baha.


AABBO Waaqi waan jed'e, Ee Yerusalemu, waan kanke nami mammaasa kanani mammaakha: Haad'a laali intala fuud'i.


Jennaani Saraiini waan Abramuuni jette, Wollaala keetifi Hajiriini ch'eera na d'abde. Anumati isi sii kenne, ammo isiini haga garaacha ufirati garte ya ch'eera na d'abde. AABBO Waaqi anaafi si nama fulla injirre ha laalu.


Lakisi, anini taka waan tokole si duraa iyyakine; siti nu yaku jira, ka na haatu. Nami wolti nu laalu AABBO Waaqa, isumati ara nufi worra Amoni gargari baasa.


Jennaani lubbuuni Waaqa jara keesa, namicha Amasai jed'ani toko, ka eege jara sodoma kaani mata iti tahe, ira buute, jennaani inni waan jed'e, Daudi ilma Yese, nu goli tanteeti! Waaqi siifi goli tante ch'ufa qarqaare eebisinna, inni gamuma kanke jira, Daudini worra fud'ate goli ufiiti dare askarti isa keesa guddinna kenneefi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite