Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Samueli 24:1 - KITAABA WAAQA

1 Sauloni reebu worra Filistiti deebie jennaani, Daudini lafa aloo ta d'aatu Engedi jira jed'aniini.

Gade chapit la Kopi




1 Samueli 24:1
8 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi waan jed'u, Hayyufi hojattu isaa gugurdo sosobaniti iti malatani.


Nami kanke hagi toko d'ara waan nama d'ibi odeese akasiini dua keesa worra buuse. Hagi toko sorio waaqa d'araati baasani nyaate, hagiini waan hamtuni d'araa ufi baasa.


Yo nami lafa mohatu dubbi d'ara ch'aqase gula deemu, worri isa jala hojatu ch'ufti nama d'araa taha.


Nama ch'ubbicha hayyuu mala d'au biraa baasi, aka finni inni nama fidu ka d'ugaa tahu.


Worri toko Zifu bahe gara Saulo, ka Gibea jiru, d'aqe waan jed'eeni, Daudini lafa teenna ta Horeshi gaara Hakila gubaa lafa aloo ta Yudea gama bitaa keesati d'okhatu jira.


Nibshani dira sooda, ammalle Engedi: diri kunini ch'ufti jaa ka kamu ollowaani ufi d'aatu qabu.


Maddo Engeditifi maddo Eneglaimu jiddu, nami qurt'umi guura afaani galaana ejaanje, qurt'umi guurate, t'urura ufi afate gossa. Qurt'umi gosa gosa ta muumme inqamneti achi jira, ta akuma galaana gudda keesa jirtu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite