Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Samueli 23:3 - KITAABA WAAQA

3 Ammo jari Daudi waan isani jed'e, Nu lafa tana keesale waan guddo sodaannu qamna; yo Keila d'anne worra Filisti haane haganale ira nuti hammaatti!

Gade chapit la Kopi




1 Samueli 23:3
7 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi waan jed'e, Yeremia, atini ufiftu ka namaani woliini utaalu dad'abde, dandeete farda woliini utaalta? Yo lafa diidatu keesa eju dad'abde, akami dandeete danqara Yordani keesa ejita?


Anini AABBO Waaqati d'eed'a. Atini maafi daalloofte dubbi tana nani jetta? Aka simpirre gaarati barrisi,


Saulofi jari isaa kubi taani gama suni jirani, Daudifi jari isaleeni gama kaani jirani worri Saulofi jara isaa dura baqachu jirani ammo Saulofi jari isaa diquma worra d'aqabe inqabini.


Fulla inni iti d'okhatu aka dansaa hubad'a, maro tokotu koota, na beesisa. Duuba anini isani woliini deeme, yo inni lafa suni keesa jiraate, ato lafa Yuda ch'ufa keesa barbaadele, qabu male intau.


Daudini ka Horeshi lafa aloo ta d'aatu Zifu keesa jiru aka Sauloni isa ijeesu fed'u hubate.


inni waan Waaqaani jed'e, AABBO worra Filisti kana deeme had'a? AABBO Waaqi waan jed'eeni, Ee beeni, worra had'i, dira Keila suni harka worra keesaa baasi.


Duuba Daudini AABBO Waaqa gaafannaani AABBO Waaqi waan jed'eeni, Beeni, dira Keila had'i, anini worra Filisti harka keetiti keenna.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite