Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Samueli 23:12 - KITAABA WAAQA

12 Ammalle Daudini waan jed'e, Worri Keila d'uguma anaafi jara kiyya harka Sauloti kenna? AABBO Waaqi waan jed'eeni, Inuma kenna.

Gade chapit la Kopi




1 Samueli 23:12
12 Referans Kwoze  

Atini harka nyaapa kiyyati na inkennine; ammo fulla anini fed'u ch'ufa na deemsifte.


Nu imbeenna, ee hayyicha, aka atini guddo isa qabu feetu; tanaafi lafa teenna kooti, nu aka inni imbaanne, isa qamne harka keetiti kennina.


Anini obse baafama Waaqa eegad'a; nami anini d'aabad'u isa.


Waan tokole dandaani Waaqa ind'ossani. Wonti lafa keesa jira ch'ufti ila isaa dura jirti; isa durati waan keenna ch'ufa himachu malle.


Worri haga dandau mala ufi AABBO Waaqa d'ofatu ya bade! Worri d'ossani wo tolche waan jed'u, Eenuti na arga. yokhaani eenuti quba quba?


Saulo aka Daudini Keila d'aqe iti himani jennaani inni waan jed'eeni, Waaqi yayu harka kiyya keesa isa buuse. Daudini yayu dira d'akhaani marsani aka naabo jaarani d'aqe t'urura keesa ufi buuse.


Fulla nama abdatani ira ufi kayani ira hojja AABBO Waaqa d'ugeefatani ira jirti.


Worri Yuda worra Filisti gaafate waan jed'e, Isaani maafi nu haatani? Worri waan jed'eeni, Nu Samsoni qabu d'umne, aka waan inni nu tolche isa tolchinu.


Worri Keila harka Sauloti naa inkenna? Sauloni ka ind'ufa jed'ani d'uguma ind'ufa? Ee AABBO, Waaqa Israeli, nati himi. AABBO Waaqi waan jed'eeni, Ee, inuma d'ufa.


AABBO Waaqa mala nyaapi kiyya nati d'aachu jiru na beesise.


Diirama ch'ufa jaalala tante ta ind'umanne na qaabsisi wonti akanatiifi abdiini tiyya siuma. Anini si kad'ad'a kara anini deemu na garsiisi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite