Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Samueli 22:3 - KITAABA WAAQA

3 Daudini achii kae, dira Mispa ka lafa Moabu d'aqe, waan hayyicha Moabutini jed'e, Aabbo, na qarqaari, abbaafi haati tiyya ha fulla tante teetuti, haga anini waan Waaqi naa tolchu hubad'uti.

Gade chapit la Kopi




1 Samueli 22:3
15 Referans Kwoze  

Ammo yo nad'eeni d'iirsa inqamne ijoolleefi akowaani qabaatte, ijoolleeni suni qara ha aada Waaqa gula worra ufi guutu, kara kanaani worra ufitiifi akowaani ufi galata guddisa baafti, akasi ch'allaani Waaqa gammachiisani.


Eegi Sauloni hayyu Israeli tahe, inni nyaapa isaa ka fulla ch'ufa jiruni woli had'e worra Moabuti, ka Amoniti, ka Edomuti, hayyoota Sobati, ammalle worra Filisti. Fulla had'efu ch'ufa inni indabsate.


Jennaani Samuelini waan ch'ufa tokole inhambimne iti hime. Elini waan jed'e, Inni AABBO Waaqa, waan fed'u ch'ufa ha tolchu.


Nad'eeni reera suni, Ilmi ya Naomi d'alate jette, maqa isaa Obedi baafteefi. Inni Yese d'ale, Yeseni Daudi d'ale.


Suni male, Ruthi ta gosa Moabu, ta Maloniini iraa due, anini ya bitad'e, aka niiti naa taatu. Akanaani worri isaa hori argate, ammalle maqaani isaa dira kankankanafi worra inni keesati d'alate keesaa imbadu. Isani arra d'uga tiyya.


Jennaani lubbuuni AABBO Waaqa Yeftha ira buute inni Gileadifi Manase keesa dabre, Mispa ta lafa Gileadi deebie Amoniti dabre.


Abbeetiifi haateti saalfad'i, aka lafa AABBO Waaqi sii kenne keesati lubbuuni tante d'eerattu.


Jennaani Yusufuuni abbaafi oboleyaani isaa akuma hayyuuni jed'e lafa lafa Misiri keesa ch'ufa ira dansaa, ta d'aatu dira Ramesesi, qubachiise.


Nami dabsanifi ka gati baasu dad'abeefi ka nama quufa d'abeleeni isati d'ufe; worri suni nama haga d'ibba afuri, duuba inni gudda iti tahe.


Duuba Daudini fulla hayyu Moabuti worra lakise, worri haga Daudini goda d'akha keesa jiru ch'ufa achuma tae.


Jennaani inni worra Moabu dabsate, nama qaqabe lafa ch'ich'ifsise nama sadi ch'ufa keesaa nama lama fit'e. Duuba akanaani worri Moabu isa jalati bule gibira baaseefi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite