Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Samueli 21:13 - KITAABA WAAQA

13 Tanaafi hojja worra suni bira jiru inni maraata ufi tolche hojja worri isa d'owele ufi maraache; inni balbala fullo dira irati wot'at'afe, gorora areda ira ufi gayaase.

Gade chapit la Kopi




1 Samueli 21:13
7 Referans Kwoze  

Nami waan isa ka nami d'ibiini isa duuba dubbatu sodaatu gaargala seena, ammo nami AABBO Waaqa sodaatu gaargala keesaa baha.


Qarooni nama sobu daalle fakaata; ammalle gumbo nyaachitiini gurra nama balleesiti.


Yo nami d'iira taanaani, yokhaani uwa taanaani mada mata yokhaani areeda qabaate,


Jennaani Akishini waan hojattu ufitini jed'e, Namicha kana laala wonini maraata, isani maanifi natiini d'uftani?


Dubbi suni d'ageennaani Saulofi askartini isa guddo sodaatani mudamani.


AABBO Waaqi waan jed'u, Nami isani jabeesu anuma isani maanifi nama sodaattani, ka inni buuyo ira ingoomne?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite