Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Samueli 2:27 - KITAABA WAAQA

27 Raagi toko Eliti d'ufe waan jed'eeni, AABBO Waaqi waan siini jed'u: Gaafa ababooni kanke Harunifi worri isaa lafa Misiri keesati tisse Farao tahani anini worrati imulane?

Gade chapit la Kopi




1 Samueli 2:27
14 Referans Kwoze  

Dubbi AABBO Waaqa gula raagi toko Yudaa bahe, Betheli d'aqe, ka Yeroboamuni fulla sorio iti qalaniti sorio baasu jiru baheeni.


Jennaani niitiini d'iirsa d'at'e waan jetteeni, Nami Waaqa toko, ka fuuli isaa aka malaika jiru, nati d'ufe na sodaachise. Anini, Eesa baate? Jed'e isa ingaafanne, innileeni maqa isaa nati inhimne.


Tunini eeba Musani, nami Waaqa, ato induiinu, gumi Israeliti eebise.


AABBO Waaqi waan Harunini jed'e, Beeni, lafa alooti d'aqi, Musa argi. Inni kae deeme, Musa fulla gaara qulqullooti arge d'ungate.


Wonti akanatiifi dubbini fagiisaa tokoleeni taka fed'i nama keesaa imbaane, ammo Lubbu Qulqulloti nama dubbachiise, ato nami dubbi fulla Waaqati d'ufte dubbatu.


Ammo atini, nami Waaqa, waan kana ch'ufa lagad'u. Waan d'ugaafi ta Waaqi fed'ufi d'ugefachaafi jaalalafi obsafi laana deemiti barbaadi.


Worri lafa gaareeni Efraimutifi ta d'aatu Shalisha ch'ufa barabaade woma d'abe; jennaani arda Shalimule d'aqe, ammo achile d'abe duuba lafa Benjaminile barbaada d'aqani achile d'abani.


duuba inni raaga worraa erge, ka d'aamsa AABBO Waaqa Israeli hime waan jed'e. Anini lafa Misiri ta isani tisse iti taatani keesaa isani baase.


AABBO Waaqi waan Musafi Harunini jed'e, Aadaani Pasaka tana: Nami gosa teesani intahiini tokoleeni sagale Pasaka inyaatini.


AABBO Waaqi lafa Misiri keesati Musafi Harunini dubbate waan jed'e,


Guyya suni anini waan worra Eli intolcha jed'e kaani ch'ufa intolcha, haga qara iti keeyad'e haga muumme isi gahuti.


Jennaani Solomonini Abiathari huji qaallu AABBO Waaqa keesaa baase, akanaani dubbi AABBO Waaqi duri Shiloti dubbate waan qaallu Eliifi d'alooti isaa tahu hime guute.


Namichi hojattu kaani waan jed'eeni, Eegi, dira kana keesa nama Waaqa tokoti, ka nami guddo d'ugeefatu ka dubbini isaa ch'ufti d'ugooftu jira gara isaa nu yaasi, hegeri inni dandae fulla harreeni tunini jirtu nuti hima.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite