Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Samueli 2:1 - KITAABA WAAQA

1 Jennaani Hanani Waaqa kad'ate waan jette: AABBO Waaqi yayu gammachuuni garaa kiyya guute; maro inni waan kana naa tolchefi amma garaani yayu na jabaate! Anini amma nyaapa kiyya kobla; anini akami gammachu qaba maro Waaqi na qarqaarefi!

Gade chapit la Kopi




1 Samueli 2:1
37 Referans Kwoze  

Anini jaalala tante ta ind'umanne heregad'a; maro atini naa baaftufi ingammada.


Waan tokole inqulqulliina, ammo kad'acha teesani ch'ufa keesati waan feetani ch'ufa Waaqa kad'ad'a guyya ch'ufa galata Waaqaa deebisa.


Atini yayu jabeenna aka gafarsa naa kennite, na eebifte na gammachiifte.


Atini waan guddo nu dabsachiifte, jaalala tante keesa nu jabeesita.


Maro Aabbootiifi hojja ch'ufa gammada. Anini ammalle isaniini injed'a: Gammada!


Duuba nu hojja atini nama dabsattu gammanne, maqa Waaqaa kennatiini bandera keenna old'aamna! AABBO Waaqi fed'i tante ch'ufa ha guututi.


aka anini worra Yerusalemu dura eje, waan anini siini faarsu ch'ufa iti himu. Anini waan atini na baafteefi guddo gammada.


Duuba anini maro AABBO Waaqatifi gammade, waan inni na baaseefi qilit'ama.


Wonti akanatiifi nami qabanqaba d'uga argate nuu, worraaniti; nu Waaqa lubbu isaatiini kad'anna, ammalle jireenna keenna ka Kristo Yeso keesatiifi gammanna; aada namaa ta nafa ind'ugefannu.


Waan kana ch'allaaniti; nu maro Aabbo keenna Yeso Kristotiifi Waaqa keesa gammanna, ka amma jaalaani Waaqa nu tolche.


anini inuma gammade qilit'ama, waan AABBO Waaqi na baaseefi.


AABBO Waaqi na jabeesaa irre naa kenna inni ya na baase.


isa jaalad'e, lakisu dide hojja ch'ufa woi dabsachiisa.


Miriamuuni sirba kana worraa sirbite: AABBO Waaqa faarsa, waan inni nyaapa ufii dabsateefi; inni yayu fardafi yaabatu isaale galaanati jisse.


Duuba Musafi worri Israelileeni faaru tanaani AABBO Waaqa faarsani: Anini AABBO Waaqa faarsa, waan inni aka jaba nyaapa ufii dabsateefi; inni ya fardafi worra yaabatule galaanati jisse.


Isani, ato isa inarginile, isa jaalatani, ato amma ilaani ingarrele isa d'ugefatani tanaafi gammada gudda dubbini dandeete imullimneeni qilit'amtani.


Ee Aabbo, araba na qajeelchi, aka anini si faarsu.


AABBO Waaqi d'akha kiyya, siida jaba ka anini jalati d'okhad'u. Waaqi kiyya siida kiyya, ka anini jalati d'eed'u. Inni wonte tiyya, na qorqorate na baasa.


Tunini kad'acha raaga Habakuki:


Inni irre ch'ubbicha ch'absa, ammo irre nama d'ugaa iti daraafi.


Guyya ch'ufa anini si faarse, guddinna kanke odeesa.


Gammada, maro badi isaatiifi, Ee Gubba! Gammada, worra Waaqatiifi ergattufi raagoota! Waaqi ya maro waan inni isani tolcheefi isa qore!


Inni baafama ka taka argani ind'agayiini nuu kenne, d'aloota garbicha ufi Daudi keesa.


Mataniani ilma Mika, Mikaani ka Zabdi, Zabdini ka Asafu. Inni nama sirbitu Mana Waaqa, ta sirba galata Waaqa deebisanini sirbituti mataa. Bakbukia, ka Matania qarqaaru. Ammalle Abda ilma Shamua, Shamuani ka Galali, Galalini ka Yeduthuni.


Yusufuuni haga korma looni jabaata, gaafa aka gafarsa qaba. Gaafi sunini toko ilmaani kunki heddu ta Manase, kaani ilmaani kunki kud'ani heddu ta Efraimu. Gaafa sunini inni gosa ch'ufa tumate haga muumme lafaa d'iiba.


Anini bohe, ch'arqi naqad'e, ufi jibbaad'e daara keesa ch'iisa.


Inni ya gosa ufiti jabeenna kenne aka akasiini gumiini isaa ch'ufti isa faarsitu — gumi Israeli ta inni guddo jaalatu. AABBO Waaqa faarsa!


Peninani Masanuni isii isiiti gamte qot'ifti, waan AABBO Waaqi ilme isii d'owefi.


Wonti kunini ganna heddu ch'ufa akasuma tate; hojja Mana AABBO Waaqa d'aqani ch'ufa Peninani Hanati gamte, gaargalchite boochite, woma nyaachu d'owarte.


Jennaani Yehoshefathini duula ufi kaani dura, waan AABBO Waaqi worra nyaapa dabsachiisefi, gammadaani kae Yerusalemuti gale.


Atini waan garaani isaa fed'u isaa kennite, waan inni kad'atu guuteefi.


AABBO Waaqa, atini wonte teenna; siuma Waaqa qulqullo Israeliti hayyu nuu kenne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite