Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Samueli 19:4 - KITAABA WAAQA

4 Yonathanini dansuma Daudi Sauloti haasae waan jed'eeni, AABBO, hojattu tante Daudi waan hamtu intolchini, wonti inni tolche ch'ufti guddo si qarqaarte.

Gade chapit la Kopi




1 Samueli 19:4
15 Referans Kwoze  

Waan dansa waan hamtuni baasani? Ammo worri yayu boola naa qote. Qaabad'u aka anini siti d'ufe worraa jed'e dubbad'e, aka dallansu tante worra ira d'owu.


Reubeniini waan jed'e, Anini gaafasi, Waan tokole isa intolchina jed'e, ammo na ch'aqasu diddani. Amma gati d'iiga isaatiifi nu gaargalchani.


Yo nami waan dansa waan hamtuni deebise, hameenni haguma jiru mana isaa keesaa imbahu.


Yonathani waan jed'eeni, Inni maanifi duu male? Maani yake?


Dansuma anini worraa tolche worri haalo na fuud'e waan hamtu na tolcha, duuba akanaani anini ufi jibbaad'e waan tahu wollaala.


Ahimelekini waan jed'eeni, Askarti tante ch'ufa keesa nami aka Daudi waan d'uga tolchu injiru. Inni sodda keeti, ammalle nama gudda askarti ka si tissu, ka nami si hojatu ch'ufti guddo saalfatufi.


Kara kanaani Kristoti dabdani waan oboleyaani teesani ta qalbi laaftu qabduti dabdanifi.


Hojja namaani, ya wo yakite jed'ani himatani, fulla sorio iti qalani, ta Mana kanke kana keesa jirtuuni d'ufani kakhachiisani,


Yo nami toko nama d'ibiti ch'ubbame Waaqati kalchafi; ammo eenuti nama AABBO Waaqati ch'ubbame kalcha. Ammo worri abba ufi ch'aqasu dide; wonti akanatiifi AABBO Waaqi aka ilmaani suni fit'u ya kutate.


Ka d'iiga namaa buuse, namati d'iiga buusa; wonti akanatiifi Waaqi fakeenna ufii gula nama mid'aase.


Nami oboleesa ufi jibbu ya nama ijeese; isani imbeetani aka nami nama ijeesu jireenna hegeri ufi keesa inqamne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite