Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Samueli 18:7 - KITAABA WAAQA

7 Sirba keesa worri waan jed'e, Sauloni nama kunki ijeese, ammo Daudini nama kunkikunki kud'ani ijeese.

Gade chapit la Kopi




1 Samueli 18:7
8 Referans Kwoze  

Hojattuuni hayyicha suni waan hayyichani jette, Kunini Daudiniti ka hayyu lafa isaa, kunini namicha nad'eeni sirba keesa faarsite akana jettuniti? Sauloni nama kunkikunki ijeese, ammo Daudini nama kunkikunki kud'ani ijeese.


Kunini Daudiniti? Ka nad'eeni sirba keesa faarsite waan isaa akana jettu? Sauloni nama kunkikunki ijeese, ammo Daudini nama kunkikunki kud'ani ijeese.


Miriamuuni sirba kana worraa sirbite: AABBO Waaqa faarsa, waan inni nyaapa ufii dabsateefi; inni yayu fardafi yaabatu isaale galaanati jisse.


Daudifi worri Israeli ch'ufti aka jaba sirbe AABBO Waaqa faarse guddise kiraarifi dibbefi buqe mich'iraani ch'ach'akiftufi bilbila d'aani sirbani.


Ammo askartini waan jetteeni, Nu gula indeemtu; nyaapa keennaa womaniti hojja nu garagale baqanne, yokhaani yo nu nama gari fit'anile, ammo atini nuu seera qit'e nama kuma kud'aniti, si d'abu indandeennu. Ira nu jirti yo atini dira keesati hafte armaa qarqaarsa nu ergitu.


Dubbini tunini guddo garaa Daudi tut'e, inni guddo hayyu Akishi sodaate.


Daudini, ilmi Yese, nama Waaqi guddo guddise toko, ka Waaqi Yakobo hayyu fohate. Ammalle inni nama faaru heddu Israelii baase. Dubbini isaa ta eege tana:


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite