Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Samueli 18:16 - KITAABA WAAQA

16 Ammo nami Israelifi Yuda keesa jiru ch'ufti Daudi jaalate, waan inni nama dansa nama dura deemu tahe waan ch'ufa dabsateefi.

Gade chapit la Kopi




1 Samueli 18:16
9 Referans Kwoze  

Hojja Sauloni Daudi huji ergu ch'ufa Daudini erga suni aka dansaa guute, tanaafi Sauloni gudda askarti isa tolche dubbini tunini gumifi worra gugurda askartile gammachiifte.


Qaalole gugurdofi jari Seera beekhuleeni isa qabu fed'ani hojuma suni, ammo biyya sodaatani; wonti akanatiifi aka inni mammaasa kana worraafi jed'e imbeekhani.


Ammo waan isa tolchani d'abani, maro nami ch'ufti dubbi isaa gurra tokooni ch'aqaseefi.


Ee AABBO Waaqa, atini yayu fulla abba kiyya hayyu na tolchite, ato anini daima aka nama fidu imbeenne taatele.


Duri gaafa Sauloni hayyu keennale atini worra Israelitini duulte, AABBO Waaqileeni atini gumi tiyya dura deemte hayyu iti tata sini jed'e.


abbaa duula iti tahu tolchiifi, aka gumiini tante hooliya tissitu inqamne intaane.


Tanaafi Sauloni Daudi ufi biraa baase gudda askarti kuma toko tolche. Daudini askarti isa duulani d'aqe,


Sauloni aka inni waan ch'ufa dabsatu arge jennaani haga qarale ira isa sodaate.


Mordekaiini ka gosa Yahudi, guddinnaani hayyu Ahasueroti aana. Inni Yahudi keesa gurra guddo qaba, ammalle gochiti isaa ch'ufti guddo isa feeti. Inni nagayafi bultuma gosa isaatiifi ilmaani worraa ta takaa tanale barbaade.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite