1 Samueli 18:10 - KITAABA WAAQA10 Boriyyaate Waaqi jinni Sauloti erge, jinnini sunini isa qaabatte mana isa keesati marachite. Daudini akuma guyya ch'ufa tolche kaani kiraari d'au jira, ammo Sauloni woraana harkaa qaba. Gade chapit la |
Ee hayyicha, dubbi tiyya d'agayi yo nami beeni, Daudi had'i sini jed'e AABBO Waaqa taate, anini sorio baaseefi herega isaa garagalcha: ammo yo nama taate, AABBO Waaqi nama suni balleesinna. Wonti akanatiifi worri sunini lafa AABBO Waaqa keesaa na baase, lafa d'ibi anini waaqa d'ibi kad'ad'uni na d'ufe.