Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Samueli 17:51 - KITAABA WAAQA

51 Jennaani iti ch'ee ira eje, goraade Goliathi qalqala keesaa fuud'e, mata iraa kute ijeese. Worri Filisti aka jabaani worraa due arge jennaani kae baqate.

Gade chapit la Kopi




1 Samueli 17:51
10 Referans Kwoze  

ibida goola d'aamfani, sheefti duraa bahani. Worri qara lalaafa, ammo eege jabaate. Lola keesati guddo jajabo, duula nyaapa dabsatani.


Ahimelekini waan jed'eeni, Anini goraade Goliathi namicha Filisti ka atini bale Eela keesati ijeefte ch'alla qaba; isiini kuuno, achi miha woyyuma suni duuba mamarani teeti, yo feete fud'ad'i isi male goraadeeni d'ibiini injirtu. Daudini waan jed'eeni, Qarale goraadeeni isi ira jirtu injirtu, naa kenni.


Ammalle inni namicha Misiri gudda toko ka woraana bode gudda qabu, bokuuni d'ae qabe, woraana iraa fud'ate, woraanuma isaa sunini ijeese.


Waan ijoolleeni suni nama nafafi d'iiga qabu taateefi, Yesoleeni aka worraa tahe nafa argate. Wonti inni akasi tolcheefi, aka duisa isatiini Sheet'ana, ka duisa ira jabeenna qabu dabsatu.


Duuba Hamani mukha inni ufiftu qara Mordekai jed'e mid'aase kaani irati fannisani. jennaani hayyichi dallansu galfate.


Duuba akanaani, ka goraade inqamne Daudini Goliathi gullubafi d'akhaani dabsate ijeese.


Duuba guyya suni Daudini kae, Saulo duraa baqate, hayyu Akishi ka dira Gathitini bahe.


Saulo mata ira kutani miha isa ka lola ch'ufa iraa hikhatani miha suni lafa worra Filisti ch'ufa keesa namaani ergani, aka odu dansa suni mana waaqa worraa keesafi nama worraa ch'ufati himani.


oldabrani fulla Ishboshethini rafu d'ufani isa ijeesani, ato inni ufumaa sire gubba rafu. Mata ira kutani, kaani itiini d'aabatani, halkani suni ch'ufa bale Yordani keesa yaa bulani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite