Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Samueli 10:9 - KITAABA WAAQA

9 Sauloni Samueli biraa deeme galisaa kae iti d'aabannaani Waaqi onne Saulo garagalche wonti Samuelini isati hime kaani ch'ufti guyya suni taate.

Gade chapit la Kopi




1 Samueli 10:9
9 Referans Kwoze  

duuba waan worri jed'u d'ageetani, garaa jabaatani worra haatani. Jennaani Gideonifi hojattuuni isaa Purani moga olla nyaapati dabrani.


Jennaani malaikaani AABBO Waaqa harka d'eerefate fiit'e ule harka qabdutini foonifi qit'a kaani tut'e. Ibidi d'akha suni keesaa bahe foonifi qit'a kaani gube. Jennaani malaikaani ila isaa duraa badde.


Jari isaa kae yae, waan inni jed'e argani, sagale Pasaka mid'aasani.


Anini nama d'uga ka waan anini jed'u ch'ufa guutu qaallu fohad'e, ilmaanile ta hojja ch'ufa hayyu anini fohad'e durati na hojatu kennaafi.


Samuelini d'ad'a fuud'e, oboleyaani isaa durati Daudi muude. Hojuma suni lubbuuni AABBO Waaqa jabeennaani isa ira buute deebite isa biraa indeemne. Jennaani Samuelini Ramati deebie.


Anini garaa haareesafi qalbi hareeti isanii kenna. Anini garaa keesani jajaba aka d'akha suni jijire, garaa laana ka Waaqaa saalfatu isanii kenna.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite