Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Samueli 1:9 - KITAABA WAAQA

9-10 Guyya toko, eegi worri sagale Mana AABBO Waaqa ka Shilo jiru nyaate iraa kae, Hanani ta guddo garaani hammate, olkaate laalalani AABBO Waaqati boote kad'ate. Hojja suni qaaliichi Elini fulluma ufi balbala keesa taa.

Gade chapit la Kopi




1 Samueli 1:9
9 Referans Kwoze  

ammalle Samuelileni Waaro Woyyuma fulla Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa, rafu jira. Ganama, ato lafti bolgodu, ka ifseeni bobau jirtu,


Anini waan toko ch'alla AABBO Waaqa kad'ad'a, waan toko ch'alla isaa iraa fed'a: aka haga jiru ch'ufa mana AABBO Waaqa keesa tae mid'aaguma isaa mame, Mana isaa keesati isa kad'ad'u.


Maro jaalala tante guddotifi anini dandae mana kanke seena; mana kanke qulqullo keesati si kad'ad'e si durati gajed'e sii saalfad'a.


Duuba inni waan raaga Nathani jed'aniini jed'e, Anini mana hind'eesani jaraniti gala, ammo Sanduqi Wold'aqisa Waaqa waaro keesati gala!


Samuelini haga lafti bariituti rafe, lafti bariinaani kae balbala Mana AABBO Waaqaa bane. Inni waan daayya keesa arge suni Eliti himu sodaate.


Qonqooni AABBO Waaqaa mukha jaba chochoofte mukha baddale obeensa iraa jissiti; Mana isaa keesale nami ch'ufti, Waaqa ha guddisani jed'e lalaba.


abbaani isaa ha fuud'e fulla Waaqa iti kad'atani geese, mikhikila balbalati hirkachiise gurra isaa toko uru, aka inni haga jiru ch'ufa tisse isaa tahu.


Elini ka waan Sanduqa Wold'aqisa guddo garaani isaa ira sodaachu jiru d'aatu kara barch'uma ufi ira tae laala. Namichi kaani diraani bahe, oduuni dira ch'ufa qabate jennaani, nami ch'ufti nahe, iyye lalabe bohe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite