Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Samueli 1:27 - KITAABA WAAQA

27 Anini aka ilma argad'u AABBO Waaqa kad'ad'e jennaani inni gurba kana naa kenne.

Gade chapit la Kopi




1 Samueli 1:27
11 Referans Kwoze  

Yo nu isa yaamannu ch'ufa inni nuu d'agaya; maro nu aka wonti kunini d'uga beennuufi, nu aka inni waan nu kad'annu ch'ufa nuu kennu imbeenna.


Gaargala kiyya keesa anini AABBO Waaqa yaamad'e, duuba inni na d'agaye na baase.


Kad'ad'a, isanii kennani; barbaada, inargitani; balbala d'ad'aa, isani duraa banani.


qarqaarsa anini kad'ad'u d'agaye, waan anini kad'ad'u naa kenna.


Duuba Elini Elkanafi niiti isaa eebisefi waan Elkanani jed'u, AABBO Waaqi ijoolle d'ibi niiti tana ira sii kennina fulla gurba atini isaa kennite kana. Eegi suni kaani galani.


Haga aada Naziri suni keesa jiru ch'ufa inni qulqullo, ka AABBO Waaqati.


Ammo Yabeesini Waaqa Israeli yaamate waan jed'e, Ee Waaqa, na eebisi, lafa guddo ballo naa kenni, waan hamtu na gaargalcha ch'ufa naraa d'owi. Waaqileeni akasuma waan inni kad'ate suni ch'ufa guutefi.


Gaafa anini gaargala keesa jiru anini AABBO Waaqa yaamannaani inni na jalaa owaate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite