Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Hayyoota 4:7 - KITAABA WAAQA

7 Solomonini nama kud'ani lama ka arda lafa Israeli fidu, tolche. Worri suni namu arda ufi keesa ganna ch'ufa keesa jia toko sagale barbaade hayyufi worra isaati geesa.

Gade chapit la Kopi




1 Hayyoota 4:7
6 Referans Kwoze  

Asariani, ilmi Nathani, nama arda ka nama fidu ch'ufa isati iti mata; qaallichi Zabudini, ilmi Nathani nama hayyu mala d'au;


Ahisharini nama mana hayyu hojattu isati iti mata; Adoramuni ilmi Abda jara irreeni nama hojachiisu isati iti mata.


Maqaani worra kud'ani lamaani sunitifi ardaani worri fiduleeni kana: Benhuri: Lafa gareeni Efraimu.


Abbaani kanke nu dabse ulfinna jaba nura kaye. Hojja atini ulfinna suni nuraa Sablifte finna dansaani nuu d'ufte, nu aka dansaa si gula yaana.


Hiramuni d'aamsa Solomoni d'ageennaani aka male gammade waan jed'e, Arra maqa AABBO Waaqa ha faarsani, waan inni ilma qaro akana kana Daudii kenne, ka hayyuma isa iraa fuud'e gosa guddo akana tana fidu!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite