1 Hayyoota 3:6 - KITAABA WAAQA6 Solomonini waan jed'eeni, Atini duri hojattu tante abba kiyya Daudi guddo jaalate, innileeni guddo sii saalfate d'ugaafi qajeelumani si jala deeme. Atinileeni akasuma isaa naate, ilma arra fulla isaa lafa mohatu isaa kennite. Gade chapit la |