Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Hayyoota 21:3 - KITAABA WAAQA

3 Nabothini waan jed'eeni, Anini oobru tana ababo kiyya iraa d'aale; Waaqi na didinna, yo anini sii kenne!

Gade chapit la Kopi




1 Hayyoota 21:3
22 Referans Kwoze  

D'aala worra Israeli gosa toko iraa fuud'ani, gosa d'ibiti inkennani.


Lafti isani keesa teetani tunini teesaniniti ta Waaqaati, isani lafa tanati keessuma fakaatani. Tanaafi suni halala namati ingurgurina.


Hayyichi lafa nama d'ibi iraa fuud'u himmalle. Lafti inni ilmaani isaati kennuleeni ha qooduma lafa isaa taatuti, aka akanaani inni gumi tiyya nama tokole lafa isaa fud'ate indabsini.


Maani re? Waan nu Seera jala injirre ammo eeba Waaqa jala jirruufi daba tolchina? Hiyyo, akasiiniti.


Ammo, anini waan maskali Aabbo Yeso Kristo ch'alla saada; maskali tanaafi lafti gara kiyyaani doote, anileeni gara lafaatiini due.


Isani aka nafi keesani mita Kristo imbeetani? Anini mita Kristo toko fuud'e nafa sharmut'a tolcha? Hiyyo, intaatu!


Yoosi waan dansati na ijeese? Hiyyo, akasiiniti. Dabati na ijeese; dabi waan dansa fuud'e duisaani nati d'ufe, aka wonti isii ch'ufti mullattu. Tanaafi dabi maro seeratiifi haga durile ira hamaate.


Maani jenna re? Seeri dabdicha jenna? Hiyyo, akasiiniti. Ammo Seerati aka dabi jiru na barsiise jenna. Wonti akanatiifi ato sila seeri, Woma ind'araiini naani injed'iini, anini d'arayu waan imbeekhu.


Hiyyo, akasiiniti! Nu gara dabaatiini ya doone, akami yoosi haga jirru ch'ufa daba keesa teenna?


Nu d'ugefachaani Seera balleesina re? Hiyyo, akasiiniti! Seera jabeesina.


Hiyyo, akasiiniti. Yo Waaqi waan d'uga intolchine inni akamiini lafa qora?


Hiyyo, akasiiniti! Yo nami ch'ufti d'ara dubbatele, Waaqi kama d'ugaa. Akuma t'aafiini jettu: Yo atini dubbattu aka d'uga dubbattu argu malani, yo si qorani d'uga argachu malte.


Anini haga jiru isani d'uga keesa jirtani injed'u. Anini haga duuti wollaala qaba ufiini injed'u.


waan jed'e, Anini bisaani kana dandae ind'ugu! Yo d'uge, nama d'iiga worra lubbu ufi jibbaate kana d'uge fakaad'a jed'e, d'ugu dide. Wonti jabduuni worri askarti sadeeni gura qabdu taani tolchite tana.


waan jara ufitini jed'e, AABBO Waaqi na didinna waan hayyu inni fohate anini wo tolchufi! Anini diqo haganale woma tolchu himmalle, inni hayyu, ka AABBO Waaqi muude!


Anini ufii gama kiyyani AABBO Waaqi na didinna aka anini isanii kad'achu lakise isati inch'ubbamne. Ammo fulla suni, anini kara dansaafi ka d'uga isani garsiise isani barsiisa.


Biyyitileeni waan jetteeni, Waaqi nuu didinna aka nu AABBO Waaqa lakimne waaqa d'ibi hojannu.


AABBO Waaqi nu ijeesinna, yo nu isa dinne, yokhaani isa lakimne, fulla sorio gubanifi yokhaani ta mid'aanitifi yokhaani waan d'ibi Waaqa baasani ijaare. Nu fulla d'ibi sorio AABBO Waaqa irati baasani iniijaarru, ta Waaro Woyyuma dura ejitu male.


Yusufuuni waan jed'eeni, Hiyo, ani akasi imfed'u! Nama muduunu irati argani ch'allati tisse naa taha; isani kaani nagayaani abba keesaniti gala.


Worri waan jed'eeni, Aabbo, atini maafi dubbi akana tana nuuni jetta? Nu inkakhanna, aka waan akana kana intolchini.


akanaani d'aalti sunini gosa toko iraa baate gosa d'ibiti indabartu. Duuba akasiini gochiti Israeli ch'ufti d'aala ufi jabeesiti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite