1 Hayyoota 13:2 - KITAABA WAAQA2 Dubbi AABBO Waaqa suni gula raagi kaani waan aka mesa ka sorio irati baasani kaani waan isaa dubbate, waan jed'e, Ee mesa, mesa, AABBO Waaqi waan jed'u; ilma maqaani Yosiati worra Daudi keesaa d'alata, ilma suniti qaalole fulla infakaanneti d'ufte, sirati wo baaftu qaqale, lafele namaa sirati guba, Gade chapit la |
Ganna saddeeteeso ka hayyuma Yosia, ka inni gaafasile ijoolluma qabu, inni Waaqa ababo isaa Daudi kad'ate arti asi gula deeme. Ganna kud'ani lameeso ka hayyuma isaa, inni fulla waaqa d'ara iti kad'atanifi akheekha waaqa Ashera jed'anitifi akheekha waaqa d'ara d'ibile ch'ufa lafa keesaa balleesiti iti kaye.