Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Hayyoota 10:2 - KITAABA WAAQA

2 Isiini namafi geejiba gaala hedu, ka qumbifi d'akhaaye ch'uch'ulut'ufi worqi muumme inqamne baatu woliini d'ufte. Isiini Solomonini woli arginaani waan garaa qabdu ch'ufa gaafate.

Gade chapit la Kopi




1 Hayyoota 10:2
15 Referans Kwoze  

Boriyya Agripafi Bernikeni woya hayyuma naqatani ulfinna guddaani shumootaafi jara gugurda dira suni woliini fulla dubbi iti d'agayani olduudani. Jennaani Festoni nama erge Paulo yaame gadini koota jed'e.


Ato wolgaafatani hasaanu, Yesoni worrati d'iaate woliini deeme.


Sodaad'a, ch'ubbu lagad'a; yo ch'aliftani, sire teesani ira ch'iiftani, waan kana guddisa herega.


Abbo, yo nami sini dubbate indallanta? Anini amma dandae inch'allisu.


Hezekiani worra ergaani d'ufe suni olseena jed'e durooma qabu ch'ufa worra garsiise — qarsi, worqi, qumbiifi qayya, ammalle miha isaa ka lola ch'ufa. Wonti inni olkaye, ka mana isaa keesa jiraatiifi ka fulla d'ibi jiraaleni ka inni worra ingarsiisini tokoleeni injirtu.


Jennaani Naamanini fardooleefi gaari isatini d'ufe balbala mana Elisha dura ejate.


Hayyuuni Shamu waan jed'eeni, Tatabe tana fuud'i, gara hayyu Israeli geesi. Jennaani Naamanini kae, qarsi kuma sodomatifi worqi kuma jaatiifi woya kud'ani, ta jilaani tolfatani, fuud'e, iti d'aabate.


Isiini waan d'ufteeni ch'ufa Solomonii kennite: Worqi haga kilo kuma afurifa, ammalle qumbifi d'akhaaye ch'uch'ulut'u muumme inqamne. Taka nami haga qumbi isiini kenniteefi suni inkennineefi.


d'ad'a ifsetiifi fit'o d'ad'a muudati naqanifi ta aka qayya aarsani;


Dubbi tana buufatani jennaani AABBO Waaqi olgale, Abrahamuleeni worra isaa gale.


Inni waan isiini gaafate ch'ufa himeefi; wonti tokoleeni ka jajabaatte inni himu d'ad'abe injirtu.


Tunini d'aamsa AABBO Waaqi waan bineensa lafa aloo ka bita d'aamate: worri ergani sunini lafa d'ipufi gaargala gudda qabdu keesa deema, ta nyeench'afi bofafi jaweeni aka male oriitu iti galtu. Worri harreefi gaala miha dadansa iti fae, gosa worra qarqaaru indandeenne geese.


Daldaltuni Shebatifi ta Raama d'akhaye ch'uch'ulut'ufi worqifi qayyaani d'ufte, miha kanketini jijiratte.


Hayyooti Tarshishitifi ta lafa d'aatu bisaani jirtuleeni damoosa isaa baafti. Hayyooti Araftitifi ta sidaama woi isaa baafti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite