Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Hayyoota 1:6 - KITAABA WAAQA

6 (Abbaani isaa taka, atini maanifi akana tata jed'e isaa indalansimne. Inni guddo fuula mid'aaga, d'alootale Absalomuti aana.)

Gade chapit la Kopi




1 Hayyoota 1:6
11 Referans Kwoze  

Anini qara iti hime, aka anini worra isaa haga jiru jireenna gaargalchu, maro ilmaani isaa waan hamtu taate na ch'eersiteefi, Elini waan worri tau jiru ch'ufa imbeekha, ammo ind'owarre.


Gorsaafi uleeni waan ijoolle male. Yo ijoolle akanumati lakisani isiini takaa tana haad'a ch'eersiti.


Ijoolleeni ijoollumafi waan aka injirre tolchite wo yakiti, ammo wonti isi mid'aasa ule.


Lafa Israeli ch'ufa keesa nami mid'aagumani gurra baafate ka aka Absalomuni jiru injiru; nafi isaa waan toko ka ira millatani inqabu.


Jennaani worri orie Saulo biyyaatini gad'ufe. Inni biyya keesa eje jennaani nama tokole ka gurmu isa bira dabru d'abani.


Inni ilma toko ka kaima, ka maqaani isaa Saulo, ka ammalle guddo mid'aaga qaba, Sauloni nama guddo d'eeratu nami Israeli keesa jiru ch'ufti ka gurmu isaa dabru injiru. Ammalle nama lafa suni keesa jiru ch'ufa inni ira mid'aaga.


Hayyichi waan jed'eeni, Maanifi Abishagi isaa kenni nani jetta, Hayyumale kad'ateefi ho? Qarale inni oboleesuma kiyya gudda ammalle qaallicha Abiatharifi Yoabuleeni gama isaa jirani!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite