2 Duuba jari isaa waan isaani jed'e, Ee hayyicha, eegi, dubra si barbaanna, ta sii wahelchite si qorqorattu. Isiini ha si d'aatu ch'iifte nafa si owiftu.
Jennaani Saraiini waan Abramuuni jette, Wollaala keetifi Hajiriini ch'eera na d'abde. Anumati isi sii kenne, ammo isiini haga garaacha ufirati garte ya ch'eera na d'abde. AABBO Waaqi anaafi si nama fulla injirre ha laalu.