7 Nami halkani rafe halkani machaa.
akuma worri gaargalaani d'ufe, worrale gaargala itiini d'ufani gammadi worraa yo waan d'araa nafa worraa quufisitu guyya guddaani tolchani, hojja worri sagale isanii woliini nyaatu waan fafaati, waan worri kara sobaa jaalatufi.
Adaba dansaani deema, aka nama ifsa guyya keesa deemu. farso d'ugitiifi machifi, foko d'abaafi woldidiisafi qot'e lakimna.
Qalbi teesaniti deebia, kara keesani ka daba lakisa. Nami gari waan Waaqa imbeekhu; anini aka isani ch'eertanifi jed'a.
Jari kuni imachoomne, dubbini akasiiniti; wonti akanatiifi ammiti saa sadi ka diiramaati.
wonti mullisani suni ch'ufti ifsaa taati. Wonti, Kai, nama rafe, duisa keesaa kai, Kristoni siti ifsa jed'aniifi tana.
Halkani hojja nami rafu Waaqi oobjufi daayya keesa namaani dubbata.
Qonqooni suni aka oobju nati d'ufte, hiriba na d'owarte.
waan jed'eeni, Nami ch'ufti qara daad'i dansa namaa kenna, duuba eegi nami d'uge quufe yoosi ta hagana ingeenne namaa kennani. Ammo atini daad'i ira dansa eege hambifte amma namaa kennita.
Daad'iini imachaiina, wonti kuni isani balleesiti; ammo Lubbuuni Waaqaa isani guutiinna.