Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1Tasaloonqe 5:1 - KITAABA WAAQA

1 Wonti hojja woni kunini ch'ufti taatu isanii t'aafuufi injirtu.

Gade chapit la Kopi




1Tasaloonqe 5:1
8 Referans Kwoze  

Yesoni waan worraani jed'e, Guyyafi ganni ka Aabbooni fohate harka isaa ke jira, waan isani beekhu himmalini.


Wonti anini, Nama d'ugefatu jaalad'a jed'e t'aafuufi injirtu. Waaqi ya aka isani woli jaalattani isani barsiise.


Nami hojafi guyya suni beekhu injiru, malaika gubbatiifi Ilmileeni imbeekhani, Abba ch'allati beekha.


Ato Yesoni gaara Ejersa jed'ani gubba tau, jari isaa koba isati d'ufe waan jed'eeni, Wonti kunini ch'ufti yoomi taati? Akheekhi d'ufiisa kanketitiifi guyya muumme maani? jed'ani gaafatani.


Wonti waan qarqaarsa gumi Waaqa ta Yudea keesa jirtuuti ergani ka anini t'aafuufi injirtu.


Jaalaani tiyya, anini guddo herege aka waan baafama nuuni ch'ufti woliini qamnu isani t'aafu; duuba tatabe tana ya isanii t'aafe aka isani jabaattani, d'ugefacha Waaqi gumi isaa ch'ufa maro tokotu kenne jabeesitani badi d'owartani.


Tanaafi dubbi tanaani woljabeesa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite