Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1Tasaloonqe 2:13 - KITAABA WAAQA

13 Ammalle maro waan kanatifi nu hojja ch'ufa galata Waaqa deebimna. Gaafa nu dubbi Waaqa isanii d'umneeni, isani aka dubbini suni ta namatiini, ammo d'uguma dubbi Waaqaa ch'aqaftani d'ugefattani. Waaqi jiddu isani worra d'ugefate hojachu jira.

Gade chapit la Kopi




1Tasaloonqe 2:13
41 Referans Kwoze  

Wonti akanatiifi dubbini Waaqa jireenna qabdi, ammalle jabdu. Sheefti ch'ufa ira qara qabdi. Nafa ch'ufa tarsaafti, haga fulla onneefi lubbuuni wolti ejitufi fulla mitafi d'uuti wolti ejitu. Isiini fed'ifi herega garaa nama ilaalti.


Tanaafi d'ugefachaani yo dubbi d'agayani d'ufti, dubbi yo waan Kristo hasaani d'agayani.


Maro dubbi Waaqa ta haga hegeri jirtuufi, ya aka ijoolle didiqo ta abbaafi haati dootuniti ammo ta indoone d'alattani.


ammo dubbini Aabbo haga hegeri teeti. Dubbini Oduuni Dansaani isani d'ufteeni tana.


Aka ijoolle d'io d'alatte taha, nama hojja ch'ufa aanani qulqullo ka lubbuti beelau, aka eegi d'uddani gugurdattani baafamtani.


Ammo waan Yesoni jed'eeni, Nami dubbi Waaqa d'agaye guutu, ha hagami eeba argatu!


Gochiti d'ibiini waan kana d'ageennaani gammadde dubbi Aabbo faarsite; nami aka jireenna hegeri argatu fohatani ind'ugefate.


Nami abdi tana Kristo keesa qabu ch'ufti akuma inni qulqullo ufile qulqullaa.


Taatule gaafasi isani na intufanne yokhaani na indinne, ato nafi kiyya gufu isani tahele. Ammo akuma sila malaika Waaqa fud'attani nale fud'attani; akuma Kristo Yeso fud'attani nale fud'attani.


Nuuni ch'ufti guddinna Aabbo fuula hagogo inqamneeni akuma dawiti mullimna; kara kanaani gara nu galchani, aka isa fakaannu guddinna muumme inqamneeni; Aabbooni ka akana tolchu Lubbu.


Worri lafa suni worra Thesalonike ira dansa. Dubbi Waaqa qalbi dansaani ch'aqasani, t'aafi guyya ch'ufa keesa barbaadani, aka wonti kunini d'uga ilaalani.


Oduuni Dansaani eebaani d'ufte lafa ch'ufa gahuu jirti, akuma gaafa isani guyya qara eeba Waaqa d'ageetani waan isii hubattani taate.


Ammo inni waan worraani jed'e, Haad'a tiyyaafi oboleyaani tiyya nama dubbi Waaqa d'agaye tolchu.


Maro worraatiifi anini ufi qulqulleesa, aka worri d'ugaani qulqullau.


Nami isani d'ieesu, na d'ieesa; nami na d'ieesu nama na erge d'ieesa.


D'ugaani worra qulqulleesi, dubbini tante d'uga.


Isani qara la qulqullooftani, maro dubbi anini isaniti hime suniifi.


Duuba mammaasi kunini akana; mid'aani dubbi Waaqaati.


Nami dubbatu isaniiniti, ammo Lubbu Abba keesaniti isani keesa dubbata.


Dubbi raagooti qulqullooni duri jetteefi ammalle seera Aabboofi Qarqaarsi harka ergattu isatiini isanii kenne qaabad'a.


Fed'i isatiini inni dubbi d'ugatiini nu uume, aka nu uumama isa ch'ufa keesa angafa taanu.


Waan duisa keesaa kaiti d'ageennaani, nami gari goyeese, ka gari, Waan kana guyya d'ibi iti deebine sira d'ageenna jed'e.


Niitiini toko, ta Lidia jed'ani, ta woya didiimtu gurgurtu, ta dira Thiatira, ta Waaqa guddiftu, nu ch'aqafte. Aabbooni garaa isi bane, isiini waan Pauloni jed'e d'ageete.


Duuba anini maro tokotu si yaame, ammalle ati waan dansa tolchite, ka d'ufte. Ammatana nu ch'ufumaani arma jirra, Waaqa dura, aka waan ch'ufa ka Aabbooni siti hime d'ageennu.


Nami hedduuni dubbi isaa d'ugefate batifame, nami haga kunki sadi gumiti darame.


Ergattuuni ta Yerusalemu keesa teetu aka gumiini Samaria dubbi Waaqa d'ugefatte d'ageennaani, Petrofi Yohana iti ergite.


Eegi suni, ato Yesoni d'awatu galaana Genesareti eju, gumiini dubbi Waaqa d'agayu feetu isa d'id'iibde.


Nu waan atini maqa AABBO Waaqatini nuni jette kana inch'aqamnu.


Jennaani Zerubabeli, ilma Shealtielifi Yoshuani, ilmi Yehosadaki, ka qaallu gudda, gumi taani ch'ufa woliini, waan AABBO Waaqi, Tolcha worraani jed'e tolchani. Worri Waaqa sodaate, raaga Hagai jed'ani, ka AABBO Waaqi erge, ch'aqase.


Nuleeni, akuma worra, Odu Dansa d'ageenne. Worri Odu Dansa ya d'agaye, ammo woma worraa imbaane, maro d'ageennaani d'ugefachaani imfud'atiniifi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite