Wongeela Yohaannis 9:8 - Waadaa Haarawa8 Olloonni isaatii fi namoonni yoo kadhatu ni arganiin turan, «Naminni kun ka taa'ee ni kadhata ture sanii mitii?» jedhan. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA8 Ollaan isaatiif achiin dura worri hennaa inni kadhatu arga'aa turan. «Kun ka taa'ee kadhatu sanii mii?» jedhan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 Ollaan isaatii fi worri achiin dura hennaa inni kadhatu arga'aa turan, «Kun ka taa'ee kadhatu sanii mii?» jedhan. Gade chapit la |