Wongeela Yohaannis 9:3 - Waadaa Haarawa3 Yesus'llee akkana jechu'uun ni deebise, «Naminni kun jaamaa ta'e ka dhalate, cubbuu isaa yookiin cubbuu maatii isaatiinii miti, garuu hujiin Waaqaa isaan akka mulidhatuuf. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA3 Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, akka hujiin Rabbii isa irratti mudhatuuf malee, inni yookiin maatiin isaa cubbuu hin hojjanne. Gade chapit laKitaaba Woyyuu3 Yesuus akkana isaaniin jedhe, «Akka hujiin Rabbii isa irratti mudhatuuf malee, inni yookaan maatiin isaa cubbuu hin hojjanne. Gade chapit la |
Itti gaafatamoonni ummataatii fi miseensonni yaaii'ii, Phexirosii fi Yohaannisiin wonitti adabssisuu sababaa woyiituu argachuu dhabuu isaaniitiin, ummata'llee waan sodaataniif, irra deebi'anii ufi eeggachiisanii isaan gad ni dhiisan, kana'llee ka raawwatan, ummanni waan ta'e maraanuu Waaqa ni galatteeffata waan turaniif.