Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 9:1 - Waadaa Haarawa

1 Yesus kara'aan yeroo dabrru nama jaamaa ta'ee dhalate ni arge.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

1 Uduu karaa san irra lufa'aaru nama urga dhalate irraa jalqabee ballaa ta'e tokko arge.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Uduu karaa san irra lufa'aaru nama urga dhalate irraa jalqabee ka ijaan hin argine ta'ee dhalate tokko arge.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 9:1
12 Referans Kwoze  

Kanaaf Yihudonni isa woqaru'uuf dhagaa ni guuratan, Yesus garuu isaan jala ufi dhosseeti, Mana Waaqeffanna'aatii bayee ni lixe.


Barattoonni isaa Yesusiin, «Yaa barsiisaa, naminni kun jaamaa ta'ee ka dhalate cubbuu eennuutiin? Cubbuu mataa isaatii moo yookiin ka maatii isaatiin?» jechu'uun, ni gaafataniin.


Yesus bakka sanii ka'ee yeroo deemutti jaamonni lamaan ni horddofaniin, isaan'llee, «Yaa Ilma Daawiitii! Yabo'oo nu fayyis!» jedha'aa, ni iyyan turan.


Kuunoo, karaa bira ka taa'an jaamonni lamaan karaa saniin ka dabrru Yesusiin ta'uu yeroo dhagayanitti, «Gooftaa yaa Ilma Daawiitii! yabo'oo nu marri!» jedha'aa ni iyyan.


Yesus'llee abbaa muca'aatiin, «Dhukubbinni kun haga jala qabeenii hagam turee jira?» jechu'uun, ni gaafateen. Abbaan'llee akkana ni jedhe, «Daai'mummaa isaa irraa jala qabeeti jedhe.


Woggaa kudha lamaa guutuu dhiiginni isii jiga'aa ka makkaraarttu dubarttii takkatu turtte, isiin'llee qabeenna qabddu maraa worra yaaltotaatiif kafalu'uun fixxee, eennu'llee isii fayyisu'uuf hin dandeenne.


Achi'llee woggaa soddomii saddeetii guutuu ka dhukkubsate, nama tokkotu jira ture.


Baasa kanaan ka fayye namicha sun, umriin isaa woggaa afurtamaa ol ni ture.


Achitti'llee woggoota saddeetii guutuu siree irra ka ciise, Eneyaas ka jedhamu naafa ni argate.


Lisxira'atti nama miilli isaa laamshaye tokkotu ture, naminni kun yeroo dhalatee jala qabee laamshoo waan tureef miila isaatiin deemee hin beeku.


namoonni Malaaxiya'aa bofnni harka Phaawulosii irratti rarra'ee yeroo arganitti, «Kun dhugamaanuu nama lubbu-ajeesa'a! Danbalii garba ciisa'aatii nagayaan yoma baayu'llee, murtii Waaqa jalaa bayee lubbu'uun jiraachu'uuf hin danddeenne» woliin ni jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite