Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 8:7 - Waadaa Haarawa

7 Irra dedeebi'anii yeroo isa gaafatanitti ol jedheeti, «Isaan keessaa ka cubbuu hin qabnne, dhagaa jalqabaa isii irratti haa darbatu!» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

7 Deddeebi'anii hennaa gaafataniin ammoo ol jedhee, «Isin keessaa ka cubbuu hin qabne firrisee dhaga'aan isii haa dhayuu» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Deddeebi'anii hennaa gaafataniin ammo ol jedhee, «Isin keessaa ka cubbuu hin qabne firrisee dhaga'aan isii haa dhayuu» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 8:7
18 Referans Kwoze  

Tokkoo tokkoo namaatiif deebii barbaachisaa ta'e kennuu akka beekittaniif, yeroo maraa haasofnni keessan bifaa fi mi'aa ka qabu haa ta'u.


kanaaf dhiifamaan gara Waaqaa deebi'i, yoo kana ta'uu dhabaate daddafaan gara kee dhufee akka bilaya ka jiru, dubbii afaan kiyyaa bayuun isaan ni woraanna.


Ummattoota ka ittiin dhayu biloofnni qara qabeessi afaan isaatii ni baya, ulee sibiilaatiin'llee isaan ni bita, inni'llee maraa ka danda'u ibisa dheekkamissa Waaqa sodaachisa'aa ka ta'e, bakka cuunffaa woyinni'ii irra ni ijjata,


Harka isaa ka mirgaa titti urjjiiwwan torbaa qabatee jira ture, gara lamaaniinuu qara ka qabu biloofnni afaan isaatii ni baya ture, fuulli isaa guutuun ifiinssi isaa akka aduu ifuu ni ture.


Lolttoonni'llee, «Akka naminni kun dubbatutti eennu'llee dubbatee hin beeku» jechu'uun, ni deebisan.


Kanaan duubatti'llee deebi'ee gad jedheeti, lafa irratti ni barreesse.


Kanaan duubatti Yesus ol jedhee, «Dubarttii nana, himattoonni kee eessa jiran? Ka sitti murteesse eennu'llee hin jiruu mitii?» isi'iin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite