Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 8:6 - Waadaa Haarawa

6 Kana'llee wonitti jedhaniif isa irratti sababa himanna'aa akka argatan, isa qormaatu'uuf waan barbaadaniif ture, Yesus garuu gad jedhee lafa irratti qubaan barreessuu, jala ni qabe.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

6 Isaanillee waan isa ittiin himatan argatu'uuf isa qoru'uuf kana jedhan. Yesuus ammoo gad jedhee quba ufiitiin lafa irratti barreesse.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Isaanillee waan isa ittiin himatan argatu'uu fi isa qoru'uuf kana jedhan. Yesuus ammo gad jedhee quba ufiitiin lafa irratti barreesse.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 8:6
27 Referans Kwoze  

Guyyaa tokko barsiisaan seeraa tokko gara Yesusii ni dhufe, isa qormaatu'uf'llee barbaadee, «Yaa barsiisaa! Jireenna bara baraa argachu'uuf maal raawwachu'utu narra mala?» jechu'uun, ni gaafateen.


Yeroo sanitti Farisoonni gara isaa dhiyaatanii isa qormmaatu'uuf barbaadanii, «Naminni haadha worraa isaa sababa maali'iitiin akka isii hiikuun ni eeyyamamaaf?» jechu'uun, ni gaafataniin.


Isaan keessaa'llee tokko tokko akkuma Gooftaa qormmaataniin fi bofaan iddamanii akkuma du'an, nu'llee Gooftaa akka hin qormaanneen.


Fariisoota keessa'llee muraasonni gara isaa ni dhiyaatan, isa qormaatu'uuf'llee barbaadanii, «Naminni haadha worraa isaa akka hiiku seeraan eeyyamameefii jira?» jechu'uun, ni gaafataniin.


Fariisonni gara Yesusii dhufaniiti isaan woliin mormmuu jala ni qaban, isa qormaatuuf'llee yaadanii sami'ii maalalee tokko akka isaanitti muldhisuuf, ni gaafataniin.


Yesus garuu ni caldhise. Itti gaafatamaan qeesotaa'llee irra deebi'ee Yesusiin, «Maqaa Waaqaa jiraata'aatiin si qabee jira! Ati Ilma Waaqaa Masihicha akka taate nutti himi!» jedheen.


Isaan keessaa'llee tokko barsiisaan seera, Yesusiin qormaatu'uuniif barbaadee, akkana jechu'uun ni gaafateen,


Yesus garuu hameenna isaanii beekee, «Isin fakkeesitoota nana! Waayee maali'iitiif ana qormaattan?


Fariisootaa fi Saduqoonni gara Yesusii ni dhufan, isa qormmaatu'uu barbaadanii, «Sami'ii baasa nutti mulidhis!» jechu'uun ni gaafataniin.


Inni garuu waan tokko'llee isi'ii uduu hin deebisin ni caldhise, yeroo sanitti barattoonni isaa gara isaa dhiyaatanii, «Dubarttiin tun nu horddofa'aa waan iyyituuf, yabo'oo geegessiin!» jechu'uun ni kadhataniin.


«Kunoo! Akka hoolotaa yayyiiwwan jidduu isin ni erga, kanaaf akka bofaa qaruuteewwan, akka handari'ii gara-laafeyyii ta'aa.


Guyyaa itti aanutti ganama obboroo gara Mana Waaqeffanna'aa deebi'ee ni dhufe, ummanni marri'llee gara isaa ni dhufan, inni'llee taa'ee isaan ni barsiisa ture.


Kunniin ammoo isa qormmaatu'uuniif barbaadanii, sami'ii malikata tokko akka isaanitti muldhisuuf ni gaafataniin.


Yesus'llee fakkeesitummaa isaanii beekee, «Maali'iif ana qabu'uuf barbaadan? Mee qarshii fida'aatii natti muldhisaa» isaaniin jedhe.


Yesusiin himachu'uuf namoonni barbaadan, «Guyyaa Sanbbataatiin ka fayyisuun yoo ta'e mee haa laalluu!» jedhanii, ni eegganiin ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite