Wongeela Yohaannis 8:2 - Waadaa Haarawa2 Guyyaa itti aanutti ganama obboroo gara Mana Waaqeffanna'aa deebi'ee ni dhufe, ummanni marri'llee gara isaa ni dhufan, inni'llee taa'ee isaan ni barsiisa ture. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA2 Ganamallee akkasuma gara mana woyyu'uu dhufe; baniin maruu gara isaa dhufan; innillee taa'ee isaan barsiise. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Ganamallee akkasuma gara mana woyyu'uu dhufe; baniin maruu gara isaa dhufan; innillee taa'ee isaan barsiise. Gade chapit la |
Ergamittoonni'llee ajaja isaa fudhatanii ganama obboro'oon gara Mana Waaqeffanna'aa aseenaniiti, barsiisuu jala ni qaban. Yeroo sanitti itti Gaafatamaan qeesotaatii fi worri isa woliin turan dhufanii miseensota yaa'iitii fi jaarsotii Yihudotaa mara, bakka tokko wolitti ni qaban, ergamittoota'llee akka isaan fidaniif namoota gara mana hidhaa ni ergan.