Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 7:8 - Waadaa Haarawa

8 Isin gara ayyaanaa deemaa, ani garuu yeroon kiyya amma'llee waan hin gayiniif, gara ayyaana kanaa hin dhaqu.»

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

8 Isin gara ayyaana kanaa bayaa'a, ani ammoo hennaan kiyya waan hin raawwatamneef, gara ayyaana kanaa hin bayu.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Isin gara ayyaana kanaa bayaa'a, ani ammo hennaan kiyya waan hin raawwatamneef, gara ayyaana kanaa hin bayu.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 7:8
9 Referans Kwoze  

Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Yeroon kiyya amma'llee hin geenne, yeroon keessan garuu yoo maraa ka mijaaye.


Yesus'llee dubbii kana ka dubbate Mana Waaqeffanna'aa titti bakka sanduuqa qarshii itti fuudhanii bira ta'ee, yeroo barsiisutti. Eegaa, yeroon amma'llee waan hin gayiniif, eennu'llee isa hin qabnneen.


Yeroo sanitti qabu'uuniif barbaadanii turan, garuu yeroon amma'llee waan hin gayiniif, eennu'llee isa hin qabnneen.


Yesus kana yeroo dubbatetti namoonni baayi'een isatti, ni amanan.


Inni'llee, «Gara magaala'aa yoo aseenittanitti gara mana nama argattanii deema'aatii, ‹barsiisaan yeroon kiyya gayee jiraatii barattoota tiyyaan woliin, Irbaata Ayyaana Faasiika'aa ka nyaadhu mana kee titti jedha› jedha'aanii» jedhe.


Yesus'llee, «Yaa haadha tiyya! Si'iin woliin maal qaba? Yeroon kiyya amma'llee hin geenne» ni jedheen.


Kana'llee jedhee, inni Galiila'atti ni hafe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite