Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 7:5 - Waadaa Haarawa

5 Kana'llee sababaan jedhaniif, obboleeyyan isaatuu isatti waan hin amaniniif.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

5 Obboleeyyan isaatuu isatti amananii waan hin jirreef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Obboleeyyan isaatuu isatti amananii waan hin jirreef.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 7:5
7 Referans Kwoze  

«Yesus maraatee jira!» yoo jedhamu dhagayuu isaaniitiin worri isaa isa qabu'uuf, gara isaa ni dhufan.


Garuu eega obboleeyyan isaa gara ayyaanaa deemaniin duubatti, inni ifatti uduu hin ta'in dhossa'aan gara bakka ayyaanaa ni dhaqe.


Kanaaf obboleeyyan isaa gara Yesusii dhiyaatanii akkana ni jedhaniin, «Barattoonni kee hujii ati hojjattu akka arganiif, asii ka'iitii gara arddii Yihuda'aa deemi,


Yesus'llee ummatatti uduma dubbata'aa jiru, haati isaatii fi obboleeyyan isaa isa dubbisu'uuf barbaadanii, ala dhabatanii jiran turan. [


ifatti beekkamu'uuf naminni barbaadu hujii isaa dhosa'aan hin raawwatu, ati'llee wonittoota kanniin mara yoo raawwattutti, mataa kee biyya lafaatiif muldhisuu si barbaachisa.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite