Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 7:1 - Waadaa Haarawa

1 Kanaan duubatti Yesus Galiilaa keessa ni dedeebi'a ture, Yihudonni isa ajjeesu'uuniif ni barbaadaniin waan turaniif garuu, Yihudaa keessa dedeebi'uuf hin barbaanne,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

1 Achiin maayii Yihuudonni Yesuusiin ajjeesu'uuf soqa'aa waan turaniif, Yihuudaa keessa deddebi'uu waan hin feeneef, Galiilaa keessa deddeema'aa ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Kanaan maayessa Yihuudonni Yesuusiin ajjeesu'uuf soqa'aa turan; kanaaf waan Yihuudaa keessa deddeebi'uu hin feeneef Galiilaa keessa deddeema'aa ture.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 7:1
19 Referans Kwoze  

Waayee isaatiif waan jedhame Farisoonni akka dhagayan yeroo beeketti Yesus, arddii Yihuda'aa dhiisee gara Galiila'aa deebi'ee ni deeme.


Qotee bulttoonni garuu ilma isaa yeroo arganitti, ‹kun ammoo dhaalaa isaati, kootaa isa ajjeefinneeti, qabiyyee isaa nu'u haa dhaalluunii!› woliin ni jedhan.


Museen seera isiniif kenninee hin jiruu moo? Garuu isin keessaa seera ka raawwatu eennu'llee hin jiru. Isin maali'iif ana ajjeesu'uuf barbaaddan?»


Magaalaa tokkotti rakkinna isinitti yoo baay'isan gara bira'aa dheessaa, dhugamaan isiniin jedha Ilmi Namaa deebi'ee haga dhufutti, magaalota Israa'eelii mara woliin hin geettan.


«Dabalee'llee Waaqinni Yesusii Nazireetii Hafuura Qulqullu'uun akka isa dibee fi humnna'llee akka kenneef ni beekittan, Waaqinni'llee isa woliin ni jira waan tureef, inni'llee waan mishaa raawwata'aa, worra daabiloosiin qabaman maraa fayyisa'aa, asii fi achi ni dedeebi'e.


Baafinni kun Yesus Yihuda'aa gara Galiila'aa dhufee ka raawwate, baasa lamaffaat.


Namoonni aangoo qaban ka worra Yihudotaa, Yerusaalemii qeesotaatii fi Leewota'llee gara Yohaannisii erganii, «Ati eennuu?» jedhanii yeroo isa gaafachiisanitti, ragummaan inni kenne akka itti aanee jiru,


Ani dhugaa Waaqa irraa dhagaye isinitti ni hime, isin garuu ana ajjeesu'uuf ni barbaaddan, Abraham'llee akkana hin raawwanne.


Fiixaa Abrahaamii ta'uu keessan ni beeka, garuu dubbii kiyya waan hin fudhanneef ana ajjeesu'uuf ni barbaaddan.


Namoota Yerusaalemii keessaa tokko tokkoon isaanii akkana ni jedhan, «Naminni isa ajjeesu'uuf barbaadaniin kanaa mitii ree?


Itti gaafatamoonni qeesotaatii fi barsiisonni seeraa kana yoo dubbatu ni dhagayaniin, ummanni marrinuu barsiisa isaa ni maalalffata waan tureef ni sodaataniin, kanaaf attam taasisaanii akka isa itti balleessaniin, toofittaa ni barbaadan ture.


Kanaan duubatti Yesus Xiberiyaados gara garba ciisaa jedhamuutiin gamaa ni ce'e.


Ayyaanicha irratti'llee, «Inni eessa jira?» jedha'aa, Yihudonni ni barbaadaniin ture.


Haa ta'u malee namoota worra Yihudotaa ka aangoo qaban sodaachu'uun, eennu'llee waayee isaa ifatti hin dubbanne.


Kanaaf namoonni worra Yihudotaa ka aangoo qaban akkana woliin jedhan, «Akka nu'u isa hin arganneef, naminni kun garam deemu'uuf laata? Yookiin gara worra Giriikota jiddu'utti bittinnaayanii deemee, ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanini barsiisinnaa laata?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite