Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 6:3 - Waadaa Haarawa

3 Yesus'llee gara gaaraa bayeeti achi, barattoota isaa woliin ni taa'e.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3 Yesuusillee gara gaaraa ol bayee darasoota ufii woliin achi taa'e.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Yesuus gara gaaraa ol bayee darasoota ufii woliin achi taa'e.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 6:3
7 Referans Kwoze  

Namoonni garuu dirqamaan fudhataniinii isa nugusa taasisu'uuf akka yaadan yeroo beeketti, Yesus adda isaa deebi'ee achi fagaatee, gara gaaraa ol ni baye.


Yesus kana eega dubbate guyya saddeetiin duubatti Phexiros, Yohaannisii fi Yaaqoobiin ufi duukaa qabatee kadhachuuf, gara gaara tokkoo irra ni baye.


Yesus achii ka'ee gara garba ciisaa Galiila'aa bira ni dhufe, Garaa irra'llee ol bayee achi ni taa'e.


Ummata'llee eega geegesseen duubatti kadhanna'aaf adda isaa gara gaara tokkoo irra ni baye, yeroo dhiitetti'llee Yesus achitti adduma isaa ni ture.


Yesus ummata isa horddofu baayi'ee yeroo argetti, gara gaaraa bayee ni taa'e, barattoonni isaa'llee gara isaa ni dhiyaatan.


Yesus gara gaaraa yeroo bayetti isaan worra barbaade sanniin gara isaa ni waame, Isaan'llee gara isaa ni dhiyaatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite