Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 4:8 - Waadaa Haarawa

8 Yeroo sanitti'llee barattoonni isaa waan nyaataa bitu'uuf, gara magaala'aa deemanii jiran ture.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

8 Hennaa san darasoonni Isaa waan nyaatan bitu'uuf gara qacha'aa deemanii turan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Hennaa san darasoonni isaa waan nyaatan bitu'uuf gara qacha'aa deemanii turan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 4:8
7 Referans Kwoze  

Dubarttiin, «Waan hojjadhe maraa ka natti ni hime» jettee akkaataa ragaa baateen, magaalaa sanii namoonni baayi'een Samaariya'aa, ni amanan.


Kanaaf bakka Yaaqoob ilma isaa Yooseefii kenne biraan gara bakka argamittu, Sikaar jedhamttee gara bakka waamamittuu gara magaalaa Samariya'aa ni dhufe.


Yesus garuu, «Isin mataan keessanuu waan nyaatan isaanii kennaa» isaaniin jedheen. Isaan'llee, «Nu ka qabnnu buddeena shanii fi qurxummii lama qofa, kanaaf deeminnee nyaata yoo beekinne malee, ummata kana maraaf hin gayu» jedhaniin.


Yesusii fi barttoonni isaa'llee gara cidha sanii waamamanii jiran ture.


Yeroo sanitti dubarttiin biyya Samaariya'aa takka bishaan woraabu'uuf gara boollaa ni dhufitte, Yesus'llee, «Bishaan ana obaasi» ni jedheen.


Kanaan duubatti barattoonni isaa bakka dhaqanii deebi'anii ni dhufan, Yesus dubarttii woliin haasayuu isaatiin ni maalalan, haa ta'u malee, «Maal barbaadda? Yookiin isii woliin maali'iif haasoftta?» jedhee ka isa gaafate, eennu'llee hin turre.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite