Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 4:5 - Waadaa Haarawa

5 Kanaaf bakka Yaaqoob ilma isaa Yooseefii kenne biraan gara bakka argamittu, Sikaar jedhamttee gara bakka waamamittuu gara magaalaa Samariya'aa ni dhufe.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

5 Kanaaf gara qachaa Samaariyaa ta sikaar jedhamtuu dhufe, qachaan sunillee lafa Yaaqoob ilma isaa Yooseefii kennetti dhiyo'o.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Kanaaf gara qachaa Samaariya'aa ta Sikaar jedhamtuu dhufe, qachaan sun lafa Yaaqoob ilma ufii Yooseefii kennetti dhiyo'o.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 4:5
9 Referans Kwoze  

Ati boolla kana ka nu'uuf kenne abbaa keenna Yaaqoobiin ni caaltta moo? Isaa fi ijoolleen isaa, horiin isaa'llee boolla kana keessaa dhuganii jiran.»


Isaan durana durssanii ka deeman ergamoota ni erge, isaan'llee waan maraa qopheessu'uuf, samaariya'atti gara ta argamittuu gara ganda tokkoo ni dhaqe.


Achi'llee boollaa bishaanii ta Yaaqoobiititu jira ture, Yesus karaa deemuu irraa ka ka'een waan dadhabeef, boolla bira ni taa'e, yero'oon'llee gara saa'aatii jahaa ni ta'a ture.


Yeroo sanitti'llee barattoonni isaa waan nyaataa bitu'uuf, gara magaala'aa deemanii jiran ture.


Dubarttiin, «Waan hojjadhe maraa ka natti ni hime» jettee akkaataa ragaa baateen, magaalaa sanii namoonni baayi'een Samaariya'aa, ni amanan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite