Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 4:2 - Waadaa Haarawa

2 Ta'u'llee ni cuuphan ka turan barattoota isaati malee, inni mataan isaa hin cuuphu ture.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

2-3 Yihuudaa dhiisee gara Galiila'aa deebi'e. Haata'uu ammoo, darasoota isaatituu cuupha'aa ture malee Yesuus ufii hin cuuphne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2-3 Yihuudaa dhiisee gara Galiila'aa deebi'e. Haa ta'uu ammo, darasoota isaatituu cuupha'aa ture malee Yesuus ufii hin cuuphne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 4:2
5 Referans Kwoze  

Kanaaf maqaa Yesus Kristositiin akka cuuphamaniif ni ajaje, kanaan duubatti Phexirosiin isaan woliin, guyyoota muraasaaf akka turuuf ni kadhataniin.


Yesusii fi barttoonni isaa'llee gara cidha sanii waamamanii jiran ture.


Kanaan duubatti Yesus barattoota isaa woliin gara biyya Yihuda'aa ni deeme, achitti'llee namoota cuupha'aa isaan woliin yeroo muraasaaf ni ture.


Barattoonni Yohaannisii'llee gara Yohaannisii dhiyaatanii, «Yaa barsiisaa, Laga Yoordaanosiitiin gamatti ka si woliin turee fi ka ati waayee isaatiif ragaa baateef, kunnoo, inni'llee ni cuupha, namoonni marri'llee gara isaa ni deeman» jedhaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite