Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 4:12 - Waadaa Haarawa

12 Ati boolla kana ka nu'uuf kenne abbaa keenna Yaaqoobiin ni caaltta moo? Isaa fi ijoolleen isaa, horiin isaa'llee boolla kana keessaa dhuganii jiran.»

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

12 Ati horomaa abbaa keenna Yaaqoobiin ka boolla bisaanii kana nuu kenne, ka inninii fi ijoolleen isaa, horiin isaa maruu bisaan kana irraa dhugan caaltaa?» jetteen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Ati horomaa abbaa keenna Yaaqoobiin ka boolla bisaanii kana nuu kenne, ka inninii fi ijoolleen isaa, horiin isaa maruu bisaan kana irraa dhugan caaltaa?» jetteen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 4:12
8 Referans Kwoze  

Ka Mana ijaaru mana ijaaru caalaa akkuma ulfinna qabu mara, Yesus'llee Musee caalaa ulfinni ni malaan.


Achi'llee boollaa bishaanii ta Yaaqoobiititu jira ture, Yesus karaa deemuu irraa ka ka'een waan dadhabeef, boolla bira ni taa'e, yero'oon'llee gara saa'aatii jahaa ni ta'a ture.


Mootittiin kibbaa ogummaa Solomoonii dhagayu'uuf daangaa biyya lafaatii waan dhuftteef, guyyaa murti'ii titti dhaloota bara kanaa woliin kaatee isa irratti ni murteessit, amma garuu ka Solomooniin caalu asi ni jira.»


Haa ta'u malee, ati abbaa keenna ka du'e Abrahaamiin, ni caalittaa? Nabiyyoonni du'anii jiran, eegaa, ati mataa kee akka eennuu taasftta?»


Kanaaf bakka Yaaqoob ilma isaa Yooseefii kenne biraan gara bakka argamittu, Sikaar jedhamttee gara bakka waamamittuu gara magaalaa Samariya'aa ni dhufe.


Yesus'llee akkana jechu'uun ni deebiseef, «Bishaan kana irraa ka dhugu marrinuu deebi'ee ni dheebota,


abbootiin teenna gaara kana irratti ni sagadan, isin garuu, ‹namoonni ka sagaduun isaan irraa malu Yerusaalemitti› jettan.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite