Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 3:9 - Waadaa Haarawa

9 Niqoodemos'llee, «Kun attamitti ta'u'uuf danda'aa?» jechu'uun, ni gaafateen.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

9 Niqoodimoosillee deebisee kun attamitti ta'uu danda'a? jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Niqoodimoosillee deebisee, «Kun attamitti ta'uu danda'a?» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 3:9
9 Referans Kwoze  

Barattoonni isaa baayi'eewwn isaanii kana yeroo dhagayanitti, «Haasofnni kun ulffaata'a, eennutu fudhachu'uuf dandda'a?» jedhan.


Yeroo sanitti Yihudonni, «Naminni kun foon isaa akka nyaanuuf attamitti nuuf kennuu danda'a?» jechu'uun, ufii isaaniitii wol ni mormman.


Maariyaam'llee maleeyikkichaan, «Ani durbba duuda'a, eegaa, wonitti kun attamitti ta'uu danda'a ree?» jetteen.


Niqoodemos'llee, «Eegaa, naminni eega jaarsomeen duubatti attamitti dhalachu'uuf dandda'a? Deebi'ee gara gadaamessaa haadhaa titti galee dhalachu'uuf ni dandda'a ree!? Deebi'ee gara gadaamessaa haadhaa titti galee dhalachu'uuf ni danda'aa ree?» jechu'uun, ni gaafate.


Bubbeen gara kallattii barbaadde ni bubbisa, qooniqqa isaa'llee ni dhageetta, garuu eessaa akka dhufuu fi garam'llee akka deemuu hin beekittu, ka Hafuuraa irraa dhalate marrinuu akkuma kana.»


Yesus'llee akkana jechu'uun ni deebiseef, «Ati barsiisaa Israa'eelii taatee uduu jirttu, kana hin beekittuu moo?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite