Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 3:7 - Waadaa Haarawa

7 Kanaaf, ‹lammaffaa dhalachuu isin barbaachisa› waan si'iin jedheef hin maalaliffatin.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

7 Waan ani lammaffaa dhalachuu isin barbaachisa jedheef hin maalalfatin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Waan ani ‹lammeessoo dhalachuu isin barbaachisa› jedheef hin maalalfatin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 3:7
17 Referans Kwoze  

Yesus'llee, «Dhugaa siin jedha, naminni deebi'ee yoo dhalate malee Mootummaa Waaqaa argu'uuf hin dandda'u» jedheen.


wonitti balifisiisaa ta'e gonkumaa gara isi'ii titti hin galu, battummaa ka raawwatuu fi soba ka dubbatu, gonkumaa gara isi'ii hin galu, gara isi'ii titti ka galan, worra maqaawwan isaanii kitaaba jireennaa ka Hoolchaa irratti barreeffaman qofa.


Amanttootaaf jaalala qajeelumaan guutamtte akka qabaattaniif dhuga'aaf ajajamu'uun lubbuu teessan qulqulleesitanii jirttan, kanaaf onnee teessan guutu'uun ufii keessan jabeessa'aatii, wol jaaladhaa.


Qulqullaawoma malee eennu'llee Gooftaa argu'uuf waan hin dandeenneef nama mara woliinuu nagayaan jiraadhaa, Qulullumma'aan'llee jiraachu'uuf hisadhaa,


Dabalee'llee mootummaa ifaa keessatti Qulqullaawotaan woliin qabiyyee akka qoodamttaniif ka isin taasise, Waaqa Abbaa gammachu'uun galateeffadha'aanii.


Waan biyya lafaa yoo isinitti himnnu ka hin amanne yoo ta'e, waan sami'ii isinitti yoo himnnuu attamitti amanittan ree?


Waan kanaan hin maalalffatnaa, worri awwaala keessa jiran marrinuu qooniqqa isaa saa'aatiin itti dhagayan ni dhufa.


Foon irraa ka dhalate foon, hafuura irraa ka dhalate hafuura.


Bubbeen gara kallattii barbaadde ni bubbisa, qooniqqa isaa'llee ni dhageetta, garuu eessaa akka dhufuu fi garam'llee akka deemuu hin beekittu, ka Hafuuraa irraa dhalate marrinuu akkuma kana.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite