Wongeela Yohaannis 3:12 - Waadaa Haarawa12 Waan biyya lafaa yoo isinitti himnnu ka hin amanne yoo ta'e, waan sami'ii isinitti yoo himnnuu attamitti amanittan ree? Gade chapit laWAADAA LAMMATAA12 Hennaa ani waan lafaa isinitti hime yoo hin amanne, waan sami'ii yoo isinitti hime attamitti amantan ree? Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Hennaa ani waan lafaa isinitti hime yoo hin amanne, waan sami'ii yoo isinitti hime attamitti amantan ree? Gade chapit la |
Dhossaan amantii keennaa shakkii malee ol aana'aa, inni'llee Waaqinni, «Nama ta'ee ni muldhate, dhugaa ta'uun isaa'llee hafuuraan ni beekkame, maleyikkootatti ni muldhate, ummatoota maraaf ni lallabame, namoonni biyya lafaa irra jiran marrinuu itti ni amanan, ulfinnaan gara sami'ii ol ni deebi'e» ka jedhu.