Wongeela Yohaannis 3:11 - Waadaa Haarawa11 Dhugaa siin jedha, waan beekinnu ni dubbanna, waan arginu'llee ragaa ni baana, isin garuu ragummaa keenna hin fudhattan. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA11 Ani dhugama dhuga'aatiin siin jedha, nu waan beennu dubbanna. Waan arginellee ragaa baana. Isin garuu ragaa keenna hin fudhattan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 Ani dhugama dhuga'aatiin siin jedha; nu waan beennu dubbanna; waan arginellee ragaa baana; isin garuu ragaa keenna hin fudhattan. Gade chapit la |
Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Yerusaalem, yaa Yerusaalem! Ati ta nabiyyootaa ajjeefttu! Worra gara kee ergaman'llee dhaga'aan ka woqarttu! Akkuma lukkuun cuuciiwwan isi'ii koola isi'ii jalatti wolitti qabddu, ani'llee ijoollee kee tokkumma'aan wolitti qabu'uuf, yeroo meeqa eeyyame! Isin garuu hin barbaanne.