Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 21:3 - Waadaa Haarawa

3 Simoon Phexiros, «Qurxummii qabu'uuf deemuu kiyya» isaaniin jedhe. Isaan'llee, «Si woliin ni deeminna» jedhaniin, bayanii'llee deemaniiti hoboloo irra ni bayan, garuu halkan sanitti qurxummiin tokko'llee hin qabnne.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3 Simoon Pheexroos, «Ani Qurxummii qabu'uuf deema'aara» isaaniin jedhe. Isaan, «Nullee si woliin deemna» jedhaniin. Bayanii gara yabalaa seenan. Halkan san ammoo womaa hin qabne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Simoon Pheexroos, «Ani Qurxummii qabu'uuf deema'aara» isaaniin jedhe. Isaan, «Nullee si woliin deemna» jedhaniin. Bayanii gara yabalaa seenan; halkan san ammo womaa hin qabne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 21:3
11 Referans Kwoze  

Simoon'llee, «Yaa barsiisaa! Halkan guutuu dadhaba'aa bullee womaayyuu hin qabnne, ati eega jette garuu kunoo! Tabbaarrii ni darbanna» jedheen.


Yaa obboleeyyan! Attamitti akka hojjannee fi akka dadhabinne ni beekittan, wongeela Waaqaa yeroo isiniif lallabnnutti, tokkoo tokkoo keessan irrattuu ba'aa akka hin taaneef, halkanii fi guyyaa hojjachu'uun ni dadhabinna turre.


Kanaaf huji'iif ijoo ka ta'e Waaqa biqilttuu guddise malee, ka dhaabe ta'ee ka bishaan obaase'llee womaa miti.


Yookiin huji'iin dadhaba'aa jiraachuu ka nu barbaachisu, Baarnaabaasii fi ana qofaa moo ree?


Harkuma kiyyaan hojjata'aa mataa kiyya ta'ee waahellan kiyya'llee ni gargaara akka ture, mataan keessanuu ni beekittan.


hujiin isaa'llee akkuma isaanii dukkaana hodhuu waan ta'eef, isaan woliin taa'ee ni hojjata ture.


Yeroo bari'etti Yesus garba ciisaa bira ni dhaabate, barattoonni isaa garuu Yesusiin ta'uu isaa hin beekinne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite